Psalms 90:14 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Diirama ch'ufa jaalala tante ta ind'umanneeni nu quubsi, aka nu gammanne haga jiru ch'ufa sirbinu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Bara keenna marattuu akka gammannu; akka usheexxinu; jaalala kee ganamaan nu quubsi.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Bara jiruu teennaa mara akka gammannee ilillinnu, ganama ganama jaalala keeti ka bara baraatiin nu quussi.