Psalms 90:2 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ato gaareenifi lafale inuumiini, atini Waaquma, ammalle haga jiru jireennale Waaqa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Uduu gaarran hin uumamin; uduu ardi'ii fi adunyaa hin uumneen dura; Ati baraa haga bara baraa Waaqa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Gaarri adoo hin dadamin dura, yookiin ati lafaa fi biyya lafaa adoo hin dadin dura, baraa haga bara baraatitti ati Waaqa.