Psalms 90:4 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ganni kuma toko, sii, woma aka guyya toko, yokhaani akuma guyya kale ka dabre, yokhaani akuma saati nami lafa eegu iti wolkaasu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Woggaan kumaa si afo'otti; akka guyyaa kaleessa luftee; haga halkan keessa hennaa diqqo'ooti.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Woggaan kum tokko, si'iif akkuma guyyaa kalee dabaree ti; yookiin akkuma yennaa diqqoo halkan keessaa ti.