Psalms 90:5 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Atini aka fach'aa bisaani nu guurte, nuu akuma oobju jira. Nu harama mid'aani fakaanna,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa ati haxooftee isaan fudhattu; akka eebju'uu badan; akka marga ganamaatitti deebi'anii margan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ati namoota haxoottee dabarsita; isaan akka oojju'uu ti; isaan akka marra ganama quunxuu ti.