Psalms 91:11 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waaqi harka malaika ufiti si kenna, aka worri fulla atini deemtu ch'ufati si qorqoratu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akka isaan karaa kee irratti si eegan, maleekkota ufii waan sii ajajuuf.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Sababille karaa ati ideentu maratti, akka si eeganuuf, inni ergantoota ifii si'iif hin ajaja.