Psalms 91:14 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waaqi waan jed'u, Anini nama na jaalatu baase nama aka anini AABBO Waaqa beekhu qorqorad'a.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Waan na jaalateef hin oolchaan; maqaa kiyya waan beekeef isa golga.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa, «Inni waan na jaalatuuf, ani diinota isaa jalaa isa hin baasa; inni maqaa kiyya waan beekuuf, ani isa hin eega.