Psalms 91:15 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hojja worri na yaamatu anini jalaa owaad'a; hojja worri gaargala keesa jiru anini worraa wahelcha. Anini worra baase ulfinna kennaafi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Inni na waamata, anillee isaa deebisa, hennaa rakkinna isaallee isa woliin ta'a, isa oolcha, hin kabajjaan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni na hin waammata; anille deebii isaaf hin kenna; yennaa inni rakkatu isa woliin hin jiraadha; ani isa hin baasa; ulfinnalle isaaf hin kenna.