Psalms 91:16 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini lubbu worraa d'eerese, baafama kiyya garsiisa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
umurii dheeraa isaa kenna; fayyisuu kiyyallee isatti mudhisa» jedha.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Jiruu bara dheera'aatiin isa hin quussa; ani fayyisaa isaa akka te'e akka inni dhaggu hin godha» jedha.