Psalms 91:2 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
waan jed'uuni atini siida kiyya, ka anini iti baqad'u; Waaqa kiyya, ka anini abdad'u.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbiin, «Irkoo kiyya; maandhee kiyya; Waaqa kiyya ka abdadhu» jedhaan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootii Waan Maraatiin, «Ati addee ani itti baqadhu, kushee tiyya, Waaqa kiyya ka ani itti addadhu» hin jedha.