Psalms 91:6 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ch'iisa d'ukuba ka dukana keesa si qabatu, yokhaani hameenna guyya ch'ufa si qabatu insodaatu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Dhibee hamaa halkanii; balaan guyya'aan nama balleessullee si hin sodaachisu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
yookiin dhukkuba hamaa halkaniin deemu, yookiin balaa guyyaa wodhakkaa nama balleessu hin sodaattu.