Psalms 92:1 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ee AABBO Waaqa, aki galata si deebisani akami dansa! Ee Waaqa gudda, aki maqa kanke faarsanileeni waan akami dansaa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbiin galatoonfachuun waan aaga! Waaqa maraa olii! maqaa keetiif faaruu faarfachuun misha'a;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ee Mootii Waan Maraa, si leellisuun Ee Waaqa Ol Aana'a, maqaa keetiif faaruu leellisaa dhikeessuun dansa'a.