Psalms 92:10 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Atini yayu jabeenna aka gafarsa naa kennite, na eebifte na gammachiifte.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ati gaafa kiyya ammo akka gaafa Gafarsaatitti ol qabde; dhadhaa oo'a'aan na dibde.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ati akka gafarsaa na jabeessitee, zayiti'iin na muudde.