Psalms 92:13 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri sunini mukha Mana AABBO Waaqa keesati bahu, ka achiti bahe guddate,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Mana Rabbii keessa dhaabamaniiran; bayima Waaqa keennaatitti babadhatan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan akka muka mana Mootii Waan Maraa keessatti dhaabamanee, badhinna mana Waaqa keennaatiin duraa keessatti hin oshoban.