Psalms 92:14 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
hojja jaarelle mid'aani d'ale hojja ch'ufa dotaate bahu fakaata.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennama dulloomanuu hin daraaran; akkuma lalisanii fi jabaatanitti jiraatan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan akka muka dullummaa keessa midhaan buusuu, ka yennaa mara bisille'ee hin te'an.