Psalms 92:15 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Wonti kunini aka AABBO Waaqi, Waaqa d'ugaa garsiifti; inni siida kiyya, ka wollaala womatu inqamne.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Rabbi sirri'i; Inni goda kiyya; isa bira mudaan hin jiru» jedhan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan, «Mootiin Waan Maraa sirri'i; inni rassaa ani itti baqadhu; isa keessa hammeenni hin jiru» jedhan.