Psalms 92:2 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hojja jaalala tante ta ind'umanne guyya ch'ufa waan isii odeesani, d'uga tante halkani ch'ufa kiraariifi miha sirba d'ibi d'aani faarsani akami dansa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ganama ganama araara kee, halkan ammo waan dhugaa keetii dubbachuun misha'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Jaalala keeti ka bara baraa ganamaan, addatamummaa teeti halkaniin lallabuun,