Psalms 92:3 — Compare Translations

2 translations compared side by side

Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kiraara sagalee guddaa dhageessisu; ka miseensa kudhan qabuu fi masiinqo'oon galata galchuun misha'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
meya faaru'uu ka ribuu kudhan qabuu fi yoyyoma kiraara guddichaatiin si leellisuun dansa'a.