Psalms 92:7 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
ch'ubbichi, ato aka marra bahe, nami hamaani woi horatele, worra haga jiru jireenna balleesani,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hammeeyyiin akka margaatitti yoo margan; worri hammeenna hojjatan yoo lalisanillee; baraa haga bara baraa badan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worri hamaan akka marraa latanulle, worri waan hantuu huju marti daraaranulle, isaan ijjumaayyuu hin badan.