Psalms 93:1 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi hayyu. Inni guddinnaafi jabeenna uyyifata. Lafti fulluma ufii ejiti, dandaani inchochoosani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi hin mooye; gaachenallee hin uffate; Rabbi gaachena uffate; jajjabeenna hin hidhate; adunyaan akka hin raafamnetti dhaabatteerti; eennullee isii hin sochoosu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa mooti'i; inni arnya uffate; arnya uffatee jabeennaan hidhate. Biyyi lafaa jabaattee dhaabbatte; isiin ijjumaa hin tachootu.