Psalms 93:4 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi gubbaa fida; inni dibbeesa baariinitifi jabeenna d'awa galaanale ch'ufa ira jira.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Huursaa bisaan hedduu irra; bubbee galaanaa irra; Rabbiin ol gubbaa jiru jaba'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Shookkisiisa bisaan jabaa heddu'uu caalaa, danbalii abbaaya'aa hunnaamettii caalaa, Mootiin Waan Maraa ka ol-gubbaa jiru hunnaamessa.