Psalms 94:10 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni ka gosa ch'ufa harkaa qabu, worra d'aane inqajeelchu? Inni ka nama ch'ufa barsiisu, qalbi inqabu?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ka banii xixee kara'atti deebisu; ka beekkumsa ilmaan namaa barsiisu hin adabuu?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ka gosa biyya adda addaa gorsu hin adabuu? Ka ilmaan namaa barsiisu, inni beekkumsa dhabee ree?