Psalms 94:11 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi waan nami heregu imbeekha; aka heregi namaa woma imbaanele inuma beekha.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi yaanni namaa duwwaa gatii hin qabne akka ta'e hin beeka.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa yaada namaa hin beeka; yaadi namaa akka hafuura baafata tokkochaa akka te'e inni hin beeka.