Psalms 94:18 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini waan jed'e, much'uch'ad'eti jigu jira. Ammo ee AABBO Waaqa, jaalala tante ta ind'umanneeti oli naqaba.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa ani, «lutti tiyya na mucucaatte» jedhe, Yaa Rabbi jaalalli kee irkisee na qabe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yennaa ani, «Miilli kiyya mucucaate» jedhu, ee Mootii Waan Maraa, jaalalli keeti ka bara baraa na utuba.