Psalms 94:23 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni maro dabaafi ch'ubbu worraatifi worra gaargalche balleesa; AABBO Waaqi keenna lafa ira worra balleesa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yakka isaanii isaanumatti deebisa; hammeenna isaaniitiif isaan balleessa; Rabbi Waandhi keenna isaan diiga.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Waaqi yakkaa isaaniitiif isaan hin adaba; hammeenna isaaniitiifille isaan hin balleessa; Mootiin Waan Maraa Waaqi keenna isaan hin balleessa.