Psalms 94:6 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri hiyyeeyifi haad'a hiyyeesa fit'e, nama gosa d'ibi, ka lafa teenna keesa taule, hobaase.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Haadha hiyyeessaatii fi galaa hin ajjeesan; ijoollee haadhaa fi abbaa hin qabne hin ajjeesan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan haadhotii hiyyeessaatii fi alagaa worra lafa teenna keessa le'u ijjeesan; ijoollee haadhaa fi abbaa hin qanne qalan.