Psalms 94:7 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri waan jed'u, AABBO Waaqi nu inargu, Waaqi Israelileeni waan keenna inhubatu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaan, «Rabbi hin argu; Waandhi Yaaqoobii hin hubatu» jedhan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan, «Mootiin Waan Maraa hin dhaggu; Waaqi Yaaqoobii tana hin hubatu» jedhan.