Psalms 95:1 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Koota, AABBO Waaqa faarsina! Waaqa nu baase gammadaani sirbina!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Koottaa'a; gammada'aa Rabbii haa faarsinuu! goda fayyinna keennaatitti haa ililfannuu!
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kowa'a, Mootii Waan Maraatiif, ilillisaa faarfannaa! Rassaa nu baasu iyyinee leellifannaa!