Psalms 95:11 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Tanaafi anini dallane, kakhad'e waan jed'eeni, worri kunini boqota anini worraa kurfeese haguma jiru inargatu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaafuu «Sirima gara hara baafannaa kiyyaa hin galan» jedhee; lolee kakadhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani tanaaf aaree, ‹Isaan ijjumaa biyya fooraa tiyyatti hin galanu› jedhee kakadhe» jedhe.