Psalms 95:3 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Wonti akanatiifi AABBO Waaqi Waaqa gudda, inni hayyu gudda, ka waaqa d'ibi ch'ufa ira jiru.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi Waaqa guddaa waan ta'eef; waaqolee maraa caalaa mootii gudda'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa Waaqa gudda'a; waaqota mara irratti mooti'i.