Psalms 95:4 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni lafa ch'ufa fida, godaafi gaareeni gugurdoni ch'ufti tama isaati.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Gad fagoowwan ardi'ii isa harka jiran; qacceewwan gaarraniillee ka isaati.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Qileen lafa jalaa harka isaa keessa jirti; qacceen gaaraalle tama isaa ti.