Psalms 95:5 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni baariinifi lafale harka ufiitini uume fida.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Inni waan isa uumeef; galaanni ka isaati; lafa gogaallee harka isaatitu uume.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni waan isii dadeef, abbaayaan ta isaa ti; lafa godduulle harkuma isaatitti dade.