Psalms 95:6 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Koota, isa durati gajenne kad'anna, AABBO Waaqa nu uume durati jilbifanna!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Koottaa'a; isa haa waaqeffannuu! isaa haa sagannuu! Rabbii uumaa keenna afo'otti haa jilbiiffannuu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kowa'a, gad jennee isa waaqonfannaa! Mootii Waan Maraa ka nu dade duratti jilbiiffannaa!