Psalms 96:1 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Sirba haareesa AABBO Waaqaa sirba! Lafti ch'ufti ha AABBO Waaqa faarsitu!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbii faaruu haarawa faarsaa'a! ardiin maruu Rabbii faarsaa'a!
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Faaruu haareya Mootii Waan Maraatiif faarsa'a; Kolbaan lafa irraa marti Mootii Waan Maraatiif faaruu faarsa'a.