Psalms 96:10 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi Hayyu jed'a, gosa ch'ufaati odeesa! Lafa fulla iti uumani jirtu dandani inch'oosani; inni nama ch'ufa d'uga gula qora.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Banii jiddu'utti «Rabbi mooye» jedhaa'a; lafti jabeennaan hundeeffamteerti; hin raafamtu; Inni banii maraafuu wol qixa murteessa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Gosa biyya adda addaa maraan, «Mootiin Waan Maraa mooti'i! Biyyi lafaa jabaattee dhaabanteerti; isiin ijjumaa hin tachootu; inni kolbaa maraaf wol qixxee mura» jedha'a.