Psalms 96:13 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqa durati sirbiti, gaafa inni lafa fidu d'ufu. Inni nama lafa keesa jiru ch'ufa d'ugaafi qajeelumani fida.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Inni waan dhufuuf isa afo'otti faarfatan; ardii irratti murteessu'uuf dhufa; adunyaa irratti balchumma'aan; banii irratti dhuga'aan murtii kennan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa waan dhufuuf, fuula isaa duratti ilillisaa faarsan; inni lafatti muriisaaf hin dhufa. Biyya lafaatitti balchumma'aan, kolbaa maratti dhuga'aan hin mura.