Psalms 96:2 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqaa sirba, isa faarsa! Guyya ch'ufa, aka inni nu baase, ha odeesani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbii faarsaa'a; maqaa isaa eebbisaa'a! fayyisuu isaa guyyama mara odeessaa'a!
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootii Waan Maraatiif faaruu faarsa'a; maqaa isaa leellisa'a. Guyyuma guyya'aan fayyisiisa isaa lassa'a.