Psalms 96:3 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Guddinna isaa gosa ch'ufati odeesa, huji isaa ta mama gosa ch'ufati hima.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ulfinna isaa banii jiddu'utti; hujii isaa ka maalale'ee namoota maraa afo'otti odeessaa'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Gosa biyya adda addaatiif ulfinna isaa, kolbaa maratti hujii isaa ta maade'ee lassa'a.