Psalms 96:4 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi gudda, isa guddisani faarsuu malani; waaqoota ch'ufa ira isaa sodaachuu malani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi waan guddaa ta'eef jajuun isa barbaachisa; waaqolee maraa irra sodaatamuu barbaachisa;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa guddaa waan te'eef, guddifamee leellifamuu male; waaqota mara caalaa sodaatamuu male;