Psalms 96:5 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waaqooti gosa d'ibi taani ch'ufti waan harkaani mid'aasani, ammo AABBOONI ka gubba uume.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
waaqoleen ormaa maruu waaqolee tolfama'a; Rabbi ammo samiiwwan uume.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
waaqoti gosa biyya adda addaa marti waaqota dharaa ti; Mootiin Waan Maraa ammoo ka ol-gubbaa dade.