Psalms 96:7 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Isani nami lafa ch'ufti, guddinnaafi jabeenni ka AABBO Waaqa jed'a.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isin gosa bani'ii; Rabbiin galatoonfadhaa'a; ulfinnaa fi jajjabeenna isaa jajaa'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maatiin gosa biyya adda addaa Mootii Waan Maraa leellisa'a; ulfinnaa fi jabeenna Mootii Waan Maraa leellisa'a.