Psalms 96:8 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Guddinni waan maqa AABBO Waaqati malle jed'a; waan baasu maltani baasafi, Mana isaa keesa isaa duraani koota.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ulfinna maqaa isaatiif ta'u Rabbii dhiyeessaa'a; kennaa qabadha'aa bayima isaa keessa seenaa'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ulfinna maqaa isaatiif te'u Mootii Waan Maraatiif dhikeessa'a; kennansa fida'aatii gara badhinna mana isaa kowa'a.