Psalms 96:9 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hojja Waaqi qulqullooni d'ufu, isa durati ga jed'a; lafti ch'ufti ha isa durati hollatuuti!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hulee woyyuu isaatitti Rabbiif sagadaa'a! baniin ardi'ii maruu isa afo'otti holladhaa'a!
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Dansummaa woyyummaa isaatiif Mootii Waan Maraa waaqonfadha'a; nami lafa irraa marti fuula isaa duratti holladha'a.