Psalms 97:10 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi nama waan hamtu jibbu injaalata; inni lubbu gumi isaa jabeese qorqorate, harka worra ch'ubbuu jalaa baasa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worri Rabbiin jaalattan hammeenna jibbaa'a; Inni waan lubbuu worra isaaf amanamanii eeguuf. harka worra dhiba'aa jalaallee isaan oolcha.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worri Mootii Waan Maraa jaalatu, waan hantuu jibbuu ti; inni lubbuu worra addatama'aa waan eeguuf, harka worra hamaaleyyi'ii jalaa isaan hin baasa.