Psalms 97:11 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ifsaani nama d'ugaati ifse, nami qajeelaleeni gammada argata.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ifti balchootaa; usheexxuun worra garaan qajeela'aatii ta'e.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ifi worra balcha'aaf, gammaddi worra qajeela'aaf baya.