Psalms 97:12 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Maro waan AABBO Waaqi tolchetiifi, isani worri d'ugaa gammada galata deebisaafi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isin balchoonni Rabbiin gammadaa'a; maqaa isaa woyyuu galatoonfadhaa'a!
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isin balchooti Mootii Waan Maraatiin gammada'a; maqaa isaa woyyicha leellisa'a.