Psalms 97:3 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ibidi isa dura deeme, nyaapa isaa ka isa marse guba.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ibiddi isa afoo deema; diintota naannaya isaa hin fixa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ibiddi dura isaa ideemaa, diinota isa marsaneeranu mara guba.