Psalms 97:5 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gaareeni aka haanch'a AABBO Waaqa abba lafa ch'ufa durati bat'i.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Gaarran Rabbiin afo'otti; Gooftaa ardii maraa afo'otti akka gaga'aa baqan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootii Waan Maraa ka lafa duudi'ii duratti, gaarri akka gaga'aa hin baqa.