Psalms 98:1 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Sirba hareesa Waaqaa sirba, maro inni waan mama tolcheefi! Inni harka isaatiifi irre isaa qulqullooni ya waan ch'ufa dabsate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Faaruu haarawa Rabbii dhiyeessaa'a; inni waan maalalee godheef; harki isaa ka mirgaa; irreen isaa woyyuun; fayyummaa raawwataniiran.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni hujii maade'ee waan hujeef, faaruu haareya Mootii Waan Maraatiif faarsa'a; inni harka ifii middichaa fi irree ifii woyyitti'iin injifateera.