Psalms 98:2 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi aka nama dabsate biyyati odeese, jabeenna inni namaani baasu gosa ch'ufaati hime.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi fayyisuu ufii beessise; banii afo'otti balchummaa ufii mudhise.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa fayyisiisa ifii akka beekkamu godheera; balchummaa ifiille gosa biyya adda addaatitti mudhiseera.