Psalms 98:3 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni kakhu gumi Israeliti kakhate, jaalala isaa ta ind'umanneeni jabeese guute. Nami lafa keesa jiru ch'ufti yayu aka Waaqi keenna woi dabsate arge.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Mana Israa'eliitii jaalala ufii; amanamummaa ufiillee hin yaadeef; daangaawwan ardi'ii maruu; fayyummaa Waaqa keennaa laalaa'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni jaalala ifii ka bara baraatii fi addatamummaa ifii mana Israa'eliitiif yaadateera; worri qaccee lafaa jiru marti fayyisiisa Waaqa keennaa dhagganeeran.